I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


173) Play -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not playing. (English)
Ani taphataa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not playing. (English)
Nu taphataa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You (m) are not playing. (English)
Ati taphataa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (f) are not playing. (English)
Ati taphataa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not playing. (English)
Isiin taphataa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (pl) are not playing. (English)
Isin taphataa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not playing. (English)
Inni taphataa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not playing. (English)
Isaan taphataa hinjiran. (Afaan Oromoo)