I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


181) Buy -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not buying. (English)
Ani bitaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not buying. (English)
Nu bitaa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You(m) are not buying. (English)
Ati bitaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You(f) are not buying. (English)
Ati bitaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not buying. (English)
Isiin bitaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You(pl) are not buying. (English)
Isin bitaa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not buying. (English)
Inni bitaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not buying. (English)
Isaan bitaa hinjiran. (Afaan Oromoo)