I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


182) Buy -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was buying. (English)
Ani bitaan ture. (Afaan Oromoo)
We were buying. (English)
Nu bitaa turre. (Afaan Oromoo)
You(m) were buying. (English)
Ati bitaa turte. (Afaan Oromoo)
You(f) were buying. (English)
Ati bitaa turte. (Afaan Oromoo)
She was buying. (English)
Isiin bitaa turte. (Afaan Oromoo)
You(pl) were buying. (English)
Isin bitaa turtan. (Afaan Oromoo)
He was buying. (English)
Inni bitaa ture. (Afaan Oromoo)
They were buying. (English)
Isaan bitaa turan. (Afaan Oromoo)