I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


256) Talking about Shopping - Buying Shoes

Shopkeeper : Can I help you? (English)
Maal si gargaaru? (Afaan Oromoo)
Customer :Yes, I am looking for shoes. (English)
Ee, kophee barbaada. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: What size are you looking for? (English)
Lakkofsa meeqa barbaadda? (Afaan Oromoo)
Customer: I am looking for 43 size in black. (English)
Lakkofsa 43 gurraachaan. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes, these are 43 size and good quality. (English)
Ee, isaan kunniin 43 qulqullinna kan qabanii dha. (Afaan Oromoo)
Customer: Fine, how much do these shoes cost? (English)
Tole, gatiin meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: 1000 Birr only, Please. (English)
Qarshii 1000 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: Oh! It is expensive. (English)
Oo, baayyee mi'aa/qaaliidha. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: No, it is cheap. (English)
Lakki, rakasaa/bushaa. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok, Could you make it 500 Birr? (English)
Tole, qarshii 500 naaf gochuu dandeessaa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: It is not possible. (English)
Lakki, hinta'u. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok. What is the last price? (English)
Tole, gatiin dhumaa meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Its last price is 800 birr only. (English)
Gatiin dhumaa 800 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: Thank you, can I pay money? (English)
Galatoomi, qarshii kafaluu danda'aa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Ok, you can. (English)
Tole, hindandeetta. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok, take it. (English)
Tole, fudhadhu. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Thank you very much, Visit again. (English)
Baayyee galatoomi, hinbadin. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok, Thank you. (English)
Tole, galatoomi. (Afaan Oromoo)