I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


271) Talking with Stranger

How old are you? (English)
Umriin kee meeqa? (Afaan Oromoo)
How much do you weigh? (English)
Ulfaatinni kee hagami? (Afaan Oromoo)
What's your telephone number? (English)
Lakkofsi bilbilaa kee meeqa? (Afaan Oromoo)
Where is your address? (English)
Teesson kee eessa? (Afaan Oromoo)
Do you live in urban or rural area? (English)
Magaala moo baadiyya jiraatta? (Afaan Oromoo)
Are you rich? (English)
Ati dureessaa? (Afaan Oromoo)
Are you married? (English)
Bulti qabdaa? (Afaan Oromoo)
Do you live alone? (English)
Kopha jiraattaa? (Afaan Oromoo)
Is Almaz your girl friend? (English)
Almaaz jaalallee keeti? (Afaan Oromoo)
You have a boyfriend, do not you? (English)
Jaalallee qabdaa? (Afaan Oromoo)
Why do not you get married? (English)
Maaliif hin fuudhin/hin heerumin (Afaan Oromoo)
Why do not you have children? (English)
Maaliif ilmaan hin horatin? (Afaan Oromoo)
Is your watch expensive? (English)
sa'aatiin harkaa kee qaaliidha? (Afaan Oromoo)
I like your dress. How much did it cost? (English)
Uffannaa kee jaalladheera,gatiinsaa meeqa? (Afaan Oromoo)
You have a great car! How much did you pay for it? (English)
Konkolaataa bareeda qabda;meeqaan bitte? (Afaan Oromoo)
I like your bracelet. Is it real gold? (English)
Bitoo kee jaaladheera. Warqii qulqulluudha? (Afaan Oromoo)
Your ring is so beautiful. Is it a real diamond? (English)
Qubeen kee baay'ee bareeda. Daaymandii sirriidhaa? (Afaan Oromoo)
This is a nice jacket. Is it real leather? (English)
Jaakkeetiin kee ni bareeda. Gogaa qulqulludha? (Afaan Oromoo)
Do you believe in God? (English)
Waaqatti ni amantaa? (Afaan Oromoo)
How often do you go to the church/mosque? (English)
Yoom yoom mana amantaa deemta? (Afaan Oromoo)
Responses to personal questions (English)
Gaafilee dhuunfaa deebisuu (Afaan Oromoo)
That's a long story. (English)
Seena dheeraadha. (Afaan Oromoo)
I'd rather not say. (English)
Callisuu naaf wayya. (Afaan Oromoo)
That's a little personal. / That's a little private. That's personal. / That's private. (English)
Kun dhimma dhuunfaati. (Afaan Oromoo)
No personal questions, please. (English)
boo gaaffii dhuunfaa nan hingaafatin. (Afaan Oromoo)
No comment. (English)
Yaada hinqabu. (Afaan Oromoo)
Why should I tell you? (English)
Maaliifin sitti hima? (Afaan Oromoo)
That's nobody's business. (English)
Enyuniyyuu hin ilaallatu. (Afaan Oromoo)
That's none of your business. (English)
Dhimma kee miti. (Afaan Oromoo)
How dare you ask me that! (English)
Akkamitti na gaafatte!? (Afaan Oromoo)
How dare you! (English)
Akkamitti!? (Afaan Oromoo)
Asking permission to ask a personal question (English)
Gaafilee dhuunfaa gaafachuuf hayaata gaafachuu (Afaan Oromoo)
Would you mind if I ask you a personal question? (English)
Gaaffii dhuunfaa yoo si gaafadhe sitti tolaa? (Afaan Oromoo)
Can I ask you a personal question? (English)
Dhimma dhuunfaa si gaafachuu nan danda'aa? (Afaan Oromoo)