I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


270) Phrases about Feelings

Joy, happiness (English)
Mirqaansa, Gammaduu (Afaan Oromoo)
It's great! That's great! (English)
Waan ajaa'ibaati! Mishadha! (Afaan Oromoo)
It's wonderful! That's wonderful! (English)
Kun ajaa'iba! Dinqisiisaa dha! (Afaan Oromoo)
Great! Beautiful! Wonderful! Excellent! Terrific! (English)
Dansaa! Bareeda! (Afaan Oromoo)
What a wonderful day! (English)
Guyyaa milkii akkamiiti! (Afaan Oromoo)
I'm so happy! (English)
Ani baay'ee gammadeera! (Afaan Oromoo)
I love it! (English)
Ani Jaaladheera! (Afaan Oromoo)
Oh, what a wonderful gift! (English)
Ooh, kennaa ajaa'ibaa akkamiiti! (Afaan Oromoo)
That's exactly what I wanted! (English)
Ani kan barbaades kanuma! (Afaan Oromoo)
Just the thing! (English)
Akkasi! (Afaan Oromoo)
Disgust! (English)
Fokkisaa! (Afaan Oromoo)
It's terrible! It's awful! (English)
Baay'ee rifachiisaafi suukaneessaadha! (Afaan Oromoo)
Terrible! Awful! Horrible! (English)
Baay'ee rifachiisaa! Suukaneessaa! Jibbisiisaa! (Afaan Oromoo)
How disgusting! (English)
Waan qaanessaa akkamiiti! (Afaan Oromoo)
I hate it! (English)
Ani nan jibba! (Afaan Oromoo)
I can't stand it! (English)
Ani kana obsuu hin danda'u! (Afaan Oromoo)
It was the worst trip (food, day, etc.) in my whole life! (English)
Jireenya koo keessatti kun imala jibbisiisaa(nyaata, guyyaa kkf) ture! (Afaan Oromoo)
Indifference (English)
Of-gatuu (Afaan Oromoo)
It doesn't make any difference to me. (English)
Kun anaaf jijjiirama wayiituu hin fidu. (Afaan Oromoo)
It doesn't matter. (English)
Homaa jechuu miti/rakkoo hin qabu (Afaan Oromoo)
It's all the same to me. (English)
Anaaf hunduu tokkuma. (Afaan Oromoo)
I don't care. (English)
Ana hingalchu. (Afaan Oromoo)
Suit yourself. (English)
Akka sitti tole. (Afaan Oromoo)
Approval, praise, admiration (English)
Mirkaneessuu, Dinqisiifachuu, (Afaan Oromoo)
You did a great job! (English)
Hojii dansaa hojjatte! (Afaan Oromoo)
It's great! It's wonderful! (English)
Baay'ee gaarii dha!dinqisiisaa dha! (Afaan Oromoo)
That's great! I'm so proud of you. (English)
Baay'ee gaarii dha! Siin booneera. (Afaan Oromoo)
Well done! (English)
Raawwii gaarii! /Hojii gaarii! (Afaan Oromoo)
You did it! (English)
Galmaan geesse! (Afaan Oromoo)
That's my boy! That's my girl! (English)
Sun ilma kiyya! Sun intala kiyya! (Afaan Oromoo)
Complaining, disapproval (English)
Komii, waliigaluu dhabuu (Afaan Oromoo)
I wish you wouldn't take my books without permission. (English)
Heeyyama kiyyaan ala kitaabilee kiyya osoo fudhachuu baattee natti tola! (Afaan Oromoo)
I thought I told you not to smoke in this room. (English)
Kutaa kana keessatti akka hin aarsine waan sitti hime natti fakkaatee ture. (Afaan Oromoo)
I thought I asked you to be here by nine o'clock. (English)
Sa'aa sagal irratti akka asitti argamtu waan si gaafadhe natti fakkaateeyyu. (Afaan Oromoo)
How many times do I have to tell you to turn off the light when you leave? (English)
Yeroo meeqan sitti himuu qaba yoo baatu akka ibsaa dhaamsitu. (Afaan Oromoo)
Oh, how could you? (English)
Ooh, akkamitti akkana goota? (Afaan Oromoo)
You should be ashamed of yourself. (English)
Ofitti saalfachuu qabda. (Afaan Oromoo)
Shame on you! (English)
Siin qaana'e! (Afaan Oromoo)
When someone is annoying you (English)
Namni yoo si aarsu (Afaan Oromoo)
Leave me alone! (English)
Kophaatti na dhiisi! (Afaan Oromoo)
Mind your own business, will you? (English)
Dhimma kee irratto xiyyeeffadhu,si hin galchu (Afaan Oromoo)
Stop bothering me! (English)
Na hin rakkisin! Na hin jeeqin! (Afaan Oromoo)
Get lost! (slang) (English)
Badi asii! (Afaan Oromoo)
Anger (English)
Aarii (Afaan Oromoo)
Why on earth should I do it? (English)
Maaliifan hojjadha? (Afaan Oromoo)
Who (the hell) do you think you are? (English)
Eenyu waan taateef ati? (Afaan Oromoo)
How dare you! (English)
Hangam yoo na tuffatte! (Afaan Oromoo)
For heaven's sake! (English)
Waaqaa jedhii! (Afaan Oromoo)
Good gracious! My goodness! (English)
Baay'ee dansaa! Yaa rabbii! (Afaan Oromoo)
Oh God! Oh my! (English)
Yaa rabbi! (Afaan Oromoo)
Asking not to get angry (English)
Akka hin aarre gaafachuu (Afaan Oromoo)
Don't get upset. (English)
Hin aarin (Afaan Oromoo)
Calm down. (English)
Tasgabbaa'i. (Afaan Oromoo)
Take it easy. (English)
Salphisii ilaali. (Afaan Oromoo)
Don't get mad! (English)
Hin aarin! (Afaan Oromoo)
Asking not to worry (English)
Cinqamuu dhabuuf gaafachuu (Afaan Oromoo)
Don't worry about it. (English)
Saniif hin dhiphatin. (Afaan Oromoo)
Don't worry. Everything will be all right. (English)
Hin cinqamin. Wanti hundi ni sirraa'a. (Afaan Oromoo)
Relax. (English)
Bashannani (Afaan Oromoo)
Disappointment, complaining about life (English)
gammaduu dhabuu, komii waa'ee jireenyaa (Afaan Oromoo)
I feel so disappointed. (English)
Baay'ee natti dhaga'ameera (Afaan Oromoo)
Just my luck. (English)
Carraa kiyya (Afaan Oromoo)
What a day! What a life! (English)
Guyyaa akkamiiti!jireenya akkamiiti! (Afaan Oromoo)
Life is hard. Life is unfair. (English)
Jireenyi rakkisaa dha. (Afaan Oromoo)
That's life. What can you do? (English)
Jireenyi akkana, maal gochuu dandeessa? (Afaan Oromoo)
Oh well. That's the way it goes. (English)
Egaa, akkas ta'a jechuu dha. (Afaan Oromoo)
Sympathizing (English)
Jajjabeessuu (Afaan Oromoo)
I'm sorry to hear that your father passed away. (English)
Abbaan kee boqachuu isaaniitti nan gadda. (Afaan Oromoo)
I know how you feel. (English)
Maal akka sitti dhagahamu nan beeka. (Afaan Oromoo)
Let God help you. (English)
Waaqni si bira haa jiraatu (Afaan Oromoo)
Oh dear! (English)
Yaa rabbii kiyya! (Afaan Oromoo)
May his soul rest in peace. (English)
Rabbi itti haa araaramu (Afaan Oromoo)
Encouraging (English)
Jajjabeessuu (Afaan Oromoo)
Cheer up! (English)
Jajjabaadhu (Afaan Oromoo)
Everything will be all right! (English)
Wanti hunduu ni fooyya'a! (Afaan Oromoo)
It's not the end of the world! (English)
Kun dhuma addunyaa miti! (Afaan Oromoo)
Don't give up. (English)
Harka hin kennin! Abdii hin kutatin! (Afaan Oromoo)
Don't worry. You'll be all right. (English)
Hin cinqamin, ni wayyoofta (Afaan Oromoo)
Surprise (English)
Waan dinqii /oduu aagaa (Afaan Oromoo)
Oh really? (English)
Dhugaa keetii? (Afaan Oromoo)
Is that so? (English)
Akkasii adaa? (Afaan Oromoo)
That's amazing! (English)
Kun dinqii dha! (Afaan Oromoo)
That's incredible! (English)
Wanta hin fakkaanne/ wanta amanuuf nama dhibu! (Afaan Oromoo)
I'm really surprised. (English)
Baay'ee na ajaa'ibeera. (Afaan Oromoo)
No kidding? Are you serious? (English)
Qoosaa mitii mii? Dhugaa keetii? (Afaan Oromoo)
You must be joking! You're kidding! (English)
Qoosaa jirta ta'uu qaba! (Afaan Oromoo)
I can't believe it. (English)
Ani kana hin amanu. (Afaan Oromoo)
It can't be true! (English)
Kun dhugaa ta'uu hin danda'u! (Afaan Oromoo)
Doubt, uncertainty (English)
Shakkii (Afaan Oromoo)
I'm not (quite) sure about it. (English)
Guutumatti hin beeku, shakkii qaba (Afaan Oromoo)
Maybe, but I am not sure. (English)
Ta'uu mala,guutumatti hin beeku (Afaan Oromoo)
I'm not sure. (English)
Nan shakka (Afaan Oromoo)
Well, I don't know yet. (English)
Egaa, hanga ammaatti hin beeku (Afaan Oromoo)
I have mixed feelings about it. (English)
Waa'ee dhimmichaa waan walmakaatu natti dhagahama (Afaan Oromoo)
I doubt it. (English)
Nan shakka (Afaan Oromoo)
Physical pain (English)
Dhukkubbii qaamaa (Afaan Oromoo)
It hurts! (English)
Nama dhukkuba! (Afaan Oromoo)
Oh! I've burned my finger! (English)
Ee badee! Quba koo of gube! (Afaan Oromoo)
My left foot hurts. (English)
Miila kiyya bitaa na dhukkubaara. (Afaan Oromoo)
I have a terrible headache. (English)
Bowwoo cimaatu natti jira. (Afaan Oromoo)
I have a pain in my chest. (English)
Qoma koo na dhukkubaara. (Afaan Oromoo)