I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


41) Subject Pronouns + Had (Negative)

I did not have. (English)
Ani hinqabu ture. (Afaan Oromoo)
We did not have. (English)
Nu hinqabnu turre. (Afaan Oromoo)
You (m) did not have. (English)
Ati hinqabdu turte. (Afaan Oromoo)
You (f) did not have. (English)
Ati hinqabdu turte. (Afaan Oromoo)
She did not have. (English)
Isiin hinqabdu turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) did not have. (English)
Isin hinqabdan turtan. (Afaan Oromoo)
He did not have. (English)
Inni hinqabu ture. (Afaan Oromoo)
They did not have. (English)
Isaan hinqaban ture. (Afaan Oromoo)