I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


42) Subject Pronouns + Had (Negative) - Example

I did not have a pen. (English)
Ani qalama/kobbee hinqabu ture. (Afaan Oromoo)
We did not have a pen. (English)
Nu qalama/kobbee hinqabnu turre. (Afaan Oromoo)
You (m) did not have a pen. (English)
Ati qalama/kobbee hinqabdu turte. (Afaan Oromoo)
You (f) did not have a pen. (English)
Ati qalama/kobbee hinqabdu turte. (Afaan Oromoo)
She did not have a pen. (English)
Isiin qalama/kobbee hinqabdu turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) did not have a pen. (English)
Isin qalama/kobbee hinqabdan turtan. (Afaan Oromoo)
He did not have a pen. (English)
Inni qalama/kobbee hinqabu ture. (Afaan Oromoo)
They did not have a pen. (English)
Isaan qalama/kobbee hinqaban turan. (Afaan Oromoo)