I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


45) Conditional sentences

If you (m) come, I will teach you (m). (English)
Yoo dhufte si barsiisa. (Afaan Oromoo)
If you (f) ask, I will help you (f). (English)
Yoo na gaafatte si gargaara. (Afaan Oromoo)
If you (m) like, you (m) can come my home. (English)
Yoo barbaadde mana kiyya dhufuu dandeetta. (Afaan Oromoo)
If you (f) invite me, I will come to your (f) home. (English)
Yoo na affeerte mana kee hindhufa. (Afaan Oromoo)
If you (m) want, you (m) can call me. (English)
Yoo barbaadde naa bilbili. (Afaan Oromoo)
If you (m) feel hungry, you (m) can eat food. (English)
Yoo beeloofte nyaata nyaachuu hindandeetta. (Afaan Oromoo)
If you (f) make tea, I will drink. (English)
Shaayii yoo danfifte hindhuga. (Afaan Oromoo)
If you (m) visit my home, I will be happy. (English)
Osoo mana kiyya naa laaltee natti tola. (Afaan Oromoo)
If I see him, I will tell him. (English)
Yoo arge itti hima. (Afaan Oromoo)
If it rains, I will not come. (English)
Yoo roobe hindhufu. (Afaan Oromoo)
If it stops raining, she will come. (English)
Yoo roobni caame hindhufti. (Afaan Oromoo)
If you (m) practice, you (m) can speak. (English)
Yoo shaakalte dubbachuu hindandeetta/ssa. (Afaan Oromoo)
If you (m) study well, you (m) can pass the exam. (English)
Akka gaaritti yoo qayyabatte qormaata hindarbita. (Afaan Oromoo)
If you (m) work hard, you (m) can get success. (English)
Jabaattee yoo hojjatte bu'a qabeessa hintaata. (Afaan Oromoo)
If you (m) try sincerely, you can (m) get the job. (English)
Yoo garaan yaalte, hojii hinargatta. (Afaan Oromoo)
If I get a job in USA, I will go there. (English)
Ameerikatti hojii yoo argadhe hindeema. (Afaan Oromoo)