I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


46) Present Tense - Affirmative Form

I read newspaper every day. (English)
Ani guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
We read newspaper every day. (English)
Nu guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbifna. (Afaan Oromoo)
You (m) read newspaper every day. (English)
Ati guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbista. (Afaan Oromoo)
You (f) read newspaper every day. (English)
Ati guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbista. (Afaan Oromoo)
She reads newspaper every day. (English)
Isiin guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbisti. (Afaan Oromoo)
You (pl) read newspaper every day. (English)
Isin guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbistu. (Afaan Oromoo)
He reads newspaper every day. (English)
Inni guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
They read newspaper every day. (English)
Isaan guyyuu gaazexaa/galaalchaa dubbisu. (Afaan Oromoo)