I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


97) Past Continuous Tense - Question Words

Were you (m) reading? (English)
Ati dubbisaa turtee? (Afaan Oromoo)
Yes, I was reading. (English)
Eee, ani dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
What were you (m) reading? (English)
Ati maal dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper. (English)
Ani gaazexaa dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
Which news paper were you (m) reading? (English)
Ati gaazexaa kam dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading Addis Zeman news paper. (English)
Ani gaazexaa Aaddis Zaman dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
When were you (m) reading news paper? (English)
Ati yoom gaazexaa dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper yesterday. (English)
Ani kaleessa dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
Where were you (m) reading news paper? (English)
Ati eessatti gaazexaa dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading newspaper at my home. (English)
Ani gaazexaa mana kootti dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
Why were you (m) reading news paper? (English)
Ati maaf gaazexaa dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading newspaper to know current affairs. (English)
Ani dhimma woqtaawaa/alanee beekuf gaazexaa dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
Who were you (m) reading news paper with? (English)
Ati gaazexaa eenyuun wojjiin dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper with my friends. (English)
Ani gaazexaa hiriyyoota kiyya wojjiin dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
How were you (m) reading news paper? (English)
Ati gaazexaa akkamitti dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper slowly. (English)
Ani gaazexaa suuta dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)