I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


98) Past Continuous Tense - List of Past Continuous Actions

I was getting up. (English)
Ani hirribaa ka'aa jira. (Afaan Oromoo)
I was praying to God. (English)
Ani waaqa kadhataa ture. (Afaan Oromoo)
I was washing my face. (English)
Ani fuula dhiqataa ture. (Afaan Oromoo)
I was doing exercise. (English)
Ani ispoortii hojjataa ture. (Afaan Oromoo)
I was taking shower. (English)
Ani qaama dhiqataa ture. (Afaan Oromoo)
I was eating breakfast. (English)
Ani ciree nyaataa ture. (Afaan Oromoo)
I was listening to the radio. (English)
Ani raadiyoo caqasaa ture. (Afaan Oromoo)
I was going to work. (English)
Ani gara hojii deemaa ture. (Afaan Oromoo)
I was coming. (English)
Ani dhufaa ture. (Afaan Oromoo)
I was making dinner. (English)
Ani irbaata hojjataa ture. (Afaan Oromoo)
I was watching television. (English)
Ani televizhiinii ilaalaa ture. (Afaan Oromoo)
I was going to bed/sleep. (English)
Ani rafaa ture. (Afaan Oromoo)
I was washing my clothes. (English)
Ani uffata miicataa ture. (Afaan Oromoo)
I was cleaning my house. (English)
Ani mana qulqulleeffataa ture. (Afaan Oromoo)